Brief 12 Rainwater management for resilient livelihoods August 2013 Marga Coomoo (Brachiaria humidicola) lafa borqate bayyaanachiisuu fi rirma ittisuuf  Ifa adu: margi Coomoo ifa gahaa barbaada garuu gaadisa hanga woyii dandamachuu ni danda’a. Faayidaisaa:  Dheedicha marga dhaabataf, ittisaa biyyoo fi bishaani fi arama to’achuuf nifacaa,Okaa horii fi to’aanna ramoolee hundee biqiltuu/midhaani/ nyaataniif ni gargaara,  Lafa borqate naannoolee jiidhiinsa qabanii fi Wabii: EECMY-DASSC Marga Coomoo lafa borqate irrati biyyoon isaani dhangaga’aa ta’ee fi rirman weeraramaan deebisee ni bayyanachiisa. Ibsaa:  Margi Coomoo marga jirma jaba qabuuf lafa Biqilchuu: uuwwisee wagga lama ol jiraatuudha.  Yoo wal-irraa meetra 1 × meetra 1 e’ege faca’e  Margi Coomoo jirma isaa lafa irra yaasuudhan hidda Coomoon jirma murame irra dadafee ni babal’ata. isaa ijoo gara jala irra biqiilche lafa qabachiiffata..  Sanyiin Coomoo erga sassaabame hanga ji’a jahaati Taamsa’inna fi Naannoo itti argamu: hin biqilu. Kanaafu ykn kuusamu ykn immoo  Afrikaa qofaati argama, keessattuu naannoolee asiidan yaalame dhaabamu qaba. kibba Sudaan, Itoophiyaa, kaabaa hanga kibba  Bittiinsuun yoo kan facaafamu ta’e lafa qonnaa Afrikaati fi kibba Namibiyaatti argama. haala gaariin qophaayeef sanyiin kiiloo 2–8 ta’u  Itoophiyaa keessatti lafa borqate fi rirmaan hubame aanaa hektaara tokkoof ni ga’a. Mandi ykn Manasibuu keessatti tole argameera.  Coomoon lafa xa’uummaan isaa gad-aanaa ta’e irrattis ni madaqa garu xa’oo N fi Piis yoo argatee ni tola. Akaakuu biyyoo Coomoof ta’u:  Coomoon biqiltuu gosa nyaata baala wajjin waliin  Biyyoo gosa adda addaa kan akkadhangaga’a (pH hin ta’u, garuu sanyiiwwan goosa marga baala lafa 3.5)fi biyyoo xa’oo gad-aanaa qabu kaase, hanga irra ya’aan wajjiin walmijjatu. biyyoo suphee fi ciracha ashaboowwa irratti  Coomoon rirma sirritti ni dandamata. guddachuu ni danda’a. Amala arramumma: Jidhinaa: Lafa Coomoon itti beekamu, bakka waggaatti  Margoota gosa biroo weerare ni dhunfata. rooba 600–2800 mm argatudha. Garuu lafa roobaa mm  Coomoon amala weerara ijaa qabuuf daagaa irraa 1600 gad qabu fi lafa hongeen ji’oota 6 ol turuti sirriitti dhaabamu hinqabu. hin hin latu. Qabiyyee nyaata: Baali isaa jabaata fi kan hin allanfatamnee yoo ta’e ilee qabiyyeen nyaataisaa Olka’insa lafa fi ho’aa naannoo: iddoolee margi kun gaariidha (CP % 5 –17) ofkeessa qaba. jalqaba itti argameti, keessattuu lafa nannoo mudhii Afrikaa olka’iinsa meetra 2400 qabutti margi kun ni Fudhatamina(mi’aa qabiinsa): biqila. Garuu gara naannoo olka’iinsa lafa  Yoo baala ta’eef gaggabaabate mumurame meetra1000tisbabalaachuu ni danda’a. salphaati ni nyaatama. Garu, lafa borqii fi biyyoo dhangaga’a irrati yoo biqile mi’aa qabbaanisaa gadaana ta’a. Omishtummaa: Kitaable Wabii Omisha Goga: Omishni marga Coomoo xooma lafa Chippendall, L.K.A. 1955. A guide to the identification of irratti hunda’a. Kanaaf omishniisaa hektaara irra grasses in South Africa. In: Meredith, D. (ed). The grasses waggaati toonii 7–34ti ni argama. and pastures of South Africa. Chippendall, L.K.A. and Crook, A.O. 1976. Grasses of South Omisha Sanyii: Lafaa hektaara tokko irraa sanyiin Africa. Vol. 1 Part 126 Brachiaria humidicola (Rendle) kiiloo-giraama 80–500 akka guuramu danda’u Schweick. gabaffameera. CIAT. 1992. Pastures for the tropical lowlands. Cali, Colombia: CIAT. Ciminaa Coomoo: CSIRO; CIAT; ILRI. 2005. Brachiaria humidicola.  Biyyoo/lafa/ borqate irrati ni madaqa Yoo Tropical forage fact sheet. murame dhaabbate dafe lafa qabate baayata http://www.tropicalforages.info/key/Forages/Me dia/Html/Brachiaria_humidicola.htm.  Amala arama naannoo isaa jiru hacuuccuf Diriba, G., Mekonnen, H., Ashenafi, M. and Dugna, T. dhaalu ni qaba. 2012. Herbage yield, species diversity and  Lafa dheedichi itti baayatutiileedadafe lafa quality of native grazing land vegetation under uffisaa. subhumid climatic conditions of western Ethiopia. E3 Journal of Agricultural Research and  Margi Coomoo heektara tokko irraa horii Development 2(4):96–100. hedduun akka dheedan fi ulfinaa guddaa akka Lenne, J.M. and Trutmann, P. (eds). 1994. Diseases of argatan ni gargara. tropical pasture plants. Wallingford, UK: CABI. Miles, J.W., Maass, B.L. and do Valle, C.B. (eds). 1996. Brachiaria: Biology, agronomy and Hanqinaa: improvement. Cali, Colombia: CIAT.  Margi Coomoo hoolaaf mi’aa hinqabu ykn Schultze-Kraft, R. and Teitzel, J.K. 1992. Brachiaria hinnyaatamu. humidicola (Rendle) Schweick. In: Mannetje,  Margoota baala wajjin ooyru tokko irrati guddisuun ni L.'t. and Jones, R.M. (eds), Plant resources of ulfaata. South-East Asia No. 4. Forages. Wageningen,  Qulqullina marga Coomoo eeguuf yeroo yerooti the Netherlands: Pudoc Scientific Publishers. dheechisuu ykn haamuun ni barbaachisa. pp. 62–64. Thomas, D. and Grof, B. 1986. Some pasture species for  Dhukubba waagiif saxilamaadha. the tropical savannas of South America. III.  Qorra damdamachuunisaa gadaanadha. Andropogon gayanus, Brachiaria species and Panicum maximum. Herbage Abstracts 56:557– 565. The NBDC is implemented by a consortium comprising the The Nile Basin Development Challenge (NBDC) is funded by the International Livestock Research Institute, International Water CGIAR Challenge Program on Water and Food (CPWF). It aims to Management Institute, World Agroforestry Centre, Overseas improve the resilience of rural livelihoods in the Ethiopian Development Institute, Nile Basin Initiative, Stockholm highlands through a landscape approach to rainwater Environment Institute, Ethiopian Economic Policy Research management. It comprises five linked projects examining: 1) Institute, Catholic Relief Services–Ethiopia, Oromia Regional learning from the past; 2) developing integrated rainwater Agricultural Research Institute, Amhara Regional Agricultural management strategies; 3) targeting and scaling out of rainwater Research Institute, Bahir Dar University, Ambo University, management innovations; 4) assessing and anticipating the Wollega University, the Ministry of Agriculture and the Ministry consequences of innovation in rainwater management systems; of Water and Energy. and 5) catalysing platforms for learning, communication and coordination across the projects. Prepared by: Aberra Adie and Alan Duncan. http://www.nilebdc.org This document is licensed for use under a Creative Commons Attribution-Noncommercial-Share Alike 3.0 Unported Licence August 2013